Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Namoota Nagaa Jaallattan Taʼaa

Namoota Nagaa Jaallattan Taʼaa

LUQAAS 10:6

Ganama

  • 3:40 Muuziqaa

  • 3:50 Faarfannaa Lakk. 58 fi Kadhannaa

  • 4:00 Namoonni Nagaa Jaallattan Baga Nagaan Dhuftan!

  • 4:15 Namoota Nagaa Jaallatan Barbaaduu Keessan Itti Fufaa

  • 4:30 Bulchaan Nagaa Warra Nagaa Jaallatan Argachuuf Akka Isin Gargaaru Heyyamaa

  • 4:55 Faarfannaa Lakk. 103 fi Beeksisa

  • 5:05 Namoonni Nagaa Jaallatan Kana Booda Waraana hin Baratan

  • 5:35 Haasaa Cuuphaa

  • 6:05 Faarfannaa Lakk. 79

Waaree Booda

  • 7:20 Muuziqaa

  • 7:30 Faarfannaa Lakk. 76

  • 7:35 Muuxannoo

  • 7:45 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa

  • 8:15 Simpooziyemii: Namoonni Nagaa Jaallatan Wal Gargaaru

    • • “Garaa Keessan Balʼisaa Banaa”

    • • Dargaggoonni Dandeettii Isaanii Sirriitti Akka Fayyadaman Gargaaraa

    • • Maanguddoota Kabajaa

  • 9:00 Faarfannaa Lakk. 57 fi Beeksisa

  • 9:10 Namoonni Nagaa Jaallatan Hamaa Gaariidhaan kan Moʼan Akkamitti?

  • 9:55 Faarfannaa Lakk. 45 fi Kadhannaa