Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maatii Yihowaa Tokkummaa Qabu

Maatii Yihowaa Tokkummaa Qabu

EFESOON 4:3

Ganama

  • 3:30 Muuziqaa

  • 3:40 Faarfannaa Lakk. 85 fi Kadhannaa

  • 3:50 Iddoo Maatii Yihowaa Keessatti Qabdaniif Bakka Guddaa Kennaa

  • 4:05 Simpooziyemii: Miira Hoʼaadhaan Warra Kaan Simataniiru

    • • Eliihuu

    • • Liidiyaa

    • • Yesuus

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 100 fi Beeksisa

  • 5:15 Namoonni Kaan Kutaa Maatii Yihowaa Akka Taʼan Gargaaruu Keessan Itti Fufaa

  • 5:30 Haasaa Cuuphaa

  • 6:00 Faarfannaa Lakk. 135

Waaree Booda

  • 7:10 Muuziqaa

  • 7:20 Faarfannaa Lakk. 132 fi Kadhannaa

  • 7:30 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluu Irratti Hundaaʼe: Manni Keessan Iddoo Boqonnaa fi Nagaa Itti Argatani Dhaa?

  • 8:00 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa

  • 8:30 Faarfannaa Lakk. 136 fi Beeksisa

  • 8:40 Simpooziyemii: Nagaadhaaf Gumaacha Gochuu kan Dandeessan Akkamitti?

    • • “Dubbii Gaarii Ijaaruuf Gargaaru” Dubbachuudhaan

    • • ‘Jaalalaan Deddeebiʼuudhaan’

    • • Diinota Keenya Mormuudhaan

  • 9:40 Waaʼee Maatii Hafuuraa Keessaniif ‘Galata Dhiheessuu Matumaa hin Dhiisinaa’

  • 10:15 Faarfannaa Lakk. 107 fi Kadhanna