Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

‘Hawwiidhaan Yihowaa Eeggadhaa’!

‘Hawwiidhaan Yihowaa Eeggadhaa’!

FAARFANNAA 130:6

Ganama

  • 3:30 Muuziqaa

  • 3:40 Faarfannaa Lakk. 88 fi Kadhannaa

  • 3:50 ‘Hawwiidhaan Yihowaa Eeggadhaa’—Akkamitti?

  • 4:05 Simpooziyemii: Fakkeenya Warra Hawwiidhaan Eeggachaa Turanii Hordofaa

    • • Anbaaqom

    • • Yohaannis

    • • Haannaa

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 142 fi Beeksisa

  • 5:15 Maal Eeggachaa Jirtu?

  • 5:30 Haasaa Cuuphaa

  • 6:00 Faarfannaa Lakk. 28

Waaree Booda

  • 7:10 Muuziqaa

  • 7:20 Faarfannaa Lakk. 54 fi Kadhannaa

  • 7:30 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluurratti Hundaaʼe: Obsuun Ammayyuu Faayidaa Qabaa?

  • 8:00 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa

  • 8:30 Faarfannaa Lakk. 143 fi Beeksisa

  • 8:40 Simpooziyemii: Yihowaa Eeggadhaa . . .

    • • Yeroo Kophummaan Isinitti Dhagaʼamu

    • • Yeroo Dogoggora Raawwattan

    • • Yeroo Hamoonni Milkaaʼan

  • 9:40 ‘Namni Qajeelaan Badhaasa ni Argata’

  • 10:15 Faarfannaa Lakk. 140 fi Kadhannaa