Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2024-2025 kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu

‘Misiraachichatti hin Qaanaʼinaa’

Sagantaa ganamaa fi waaree boodaa walgaʼii aanaa bakka buʼaan waajjira damee irratti argamuuf qophaaʼe.

Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Gaaffileen kun sagantaa kanarratti deebii argatu.