‘Misiraachichatti hin Qaanaʼinaa’
Ganama
-
3:40 Muuziqaa
-
3:50 Faarfannaa Lakk. 67 fi Kadhannaa
-
4:00 ‘Misiraachichatti hin Qaanofnu’—Maaliif?
-
4:15 Misiraachicha Deggaruu
-
4:30 “Hojjetaa Waan Itti Qaanaʼu Tokko Illee hin Qabne” Taʼaa
-
4:55 Faarfannaa Lakk. 73 fi Beeksisa
-
5:05 Hafuura Humnaa, Hafuura Jaalalaa fi Hafuura Sammuu Fayyaa Qabaachuu
-
5:35 Cuuphaa: ‘Misiraachichaaf Bitamuu’ Keessan Itti Fufaa
-
6:05 Faarfannaa Lakk. 75
Waaree Booda
-
7:20 Muuziqaa
-
7:30 Faarfannaa Lakk. 77
-
7:35 Muuxannoo
-
7:45 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa
-
8:15 Simpooziyemii: Itti hin Qaanofnu
-
• Ulaagaalee Naamusaa Waaqayyo Baasetti
-
• Mootummaa Waaqayyootti
-
• Bakka Buutota Waaqayyootti
-
-
9:00 Faarfannaa Lakk. 40 fi Beeksisa
-
9:10 ‘Yihowaadhaan Boonaa’
-
9:55 Faarfannaa Lakk. 7 fi Kadhannaa