Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2024-2025 kan Ilaaltuun Olaanaa Aanaa Irratti Argamu

‘Misiraachichaa Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa’

Sagantaa ganamaa fi waaree boodaa walgaʼii aanaa ilaaltuun olaanaa aanaa irratti argamuuf qophaaʼe.

Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Gaaffileen kun sagantaa kanarratti deebii argatu.