Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

‘Misiraachichaa Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa’

‘Misiraachichaa Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa’

FILIPHISIYUS 1:​27

Ganama

  • 3:40 Muuziqaa

  • 3:50 Faarfannaa Lakk. 35 fi Kadhannaa

  • 4:00 Misiraachichi Isin Jijjiiraa kan Jiru Akkamitti?

  • 4:15 Simpooziyemii: Misiraachichi Jireenyasaaniirratti Dhiibbaa kan Godhe Akkamitti?

    • • Isxifaanos

    • • Filiphoos

    • • Aqiilaa fi Phirisqiilaa

    • • Tiitoo

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 76 fi Beeksisa

  • 5:15 “Hojiiwwan Waaqayyoof kan Bultan Taʼuu Keessan Argisiisan Hojjechuu” Keessan Itti Fufaa

  • 5:35 Cuuphaa: ‘Misiraachichaaf Bitamuu’ Keessan Itti Fufaa

  • 6:05 Faarfannaa Lakk. 37

Waaree Booda

  • 7:20 Muuziqaa

  • 7:30 Faarfannaa Lakk. 56 fi Kadhannaa

  • 7:35 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluurratti Hundaaʼe: Wanta Itti Amantanitti kan Amantan Maaliifi?

  • 8:05 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa

  • 8:35 Faarfannaa Lakk. 24 fi Beeksisa

  • 8:45 Simpooziyemii: “Karaa Hundumaan Akka Tajaajiltoota Waaqayyootti Of Dhiheessina”

    • • Jabaannee Dhaabbachuudhaan

    • • Gaarummaa Argisiisuudhaan

    • • Amanamummaa Argisiisuudhaan

  • 9:30 Leenjiʼaa kan Jirtan Akkamitti?

  • 10:00 Faarfannaa Lakk. 29 fi Kadhannaa