Dilbata
“Amantii yoo qabaattan . . . , ni taʼa”—Maatewos 21:21
GANAMA
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 137 fi Kadhannaa
-
3:40 SIMPOOZIYEMII: Fakkeenya Dubartoota Amantii Cimaa Qabanii Hordofaa!
-
• Saaraa (Ibroota 11:11, 12)
-
• Rahaab (Ibroota 11:31)
-
• Haannaa (1 Saamuʼel 1:10, 11)
-
• Shamarree Israaʼel Boojiʼamtee Turte (2 Mootota 5:1-3)
-
• Haadha Yesuus kan Taate Maariyaam (Luqaas 1:28-33, 38)
-
• Dubartii Biyya Fiinqee (Maatewos 15:28)
-
• Maartaa (Yohaannis 11:21-24)
-
• Dubartoota Yeroo Harʼaa Jiran (Faarfannaa 37:25; 119:97, 98)
-
-
5:05 Faarfannaa Lakk. 142 fi Beeksisa
-
5:15 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE: ‘Misiraachichatti Amanaa’ (Maarqos 1:14, 15; Maatewos 9:35; Luqaas 8:1)
-
5:45 Faarfannaa Lakk. 22 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
-
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:45 Faarfannaa Lakk. 126
-
7:50 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: Daaniʼel Jireenya Isaa Guutuu Nama Amantii Ture— Kutaa 2 (Daaniʼel 5:1–6:28; 10:1–12:13)
-
8:40 Faarfannaa Lakk. 150 fi Beeksisa
-
8:45 Amantii Keessaniin Jabaadhaa! (Daaniʼel 10:18, 19; Roomaa 4:18-21)
-
9:45 Faarfannaa Addaa Haaraa fi Kadhannaa Xumura