Sanbadduraa
‘Amantii sanaaf jabaadhaa lolaa’—Yihudaa 3
GANAMA
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 57 fi Kadhannaa
-
3:40 SIMPOOZIYEMII: Namoonni Amantii hin Qabne Amantii Qabaachuu Akka Dandaʼan Yaadadhaa!
-
• Namoonni Nanawwee (Yoonaas 3:5)
-
• Obboloonni Yesuus (1 Qorontos 15:7)
-
• Namoonni Beekamoon (Filiphisiyus 3:7, 8)
-
• Namoonni Amantaa Hordofan hin Qabne (Roomaa 10:13-15; 1 Qorontos 9:22)
-
-
4:30 Kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! Jedhamutti Fayyadamaatii Amantii Ijaaraa (Yohaannis 17:3)
-
4:50 Faarfannaa Lakk. 67 fi Beeksisa
-
5:00 SIMPOOZIYEMII: Warra Amantiidhaaf Jabaatanii Loluu Irratti Milkaaʼina Argatan
-
• Warra Hiriyaa Gaaʼelaa hin Amanne Qaban (Filiphisiyus 3:17)
-
• Ijoollee Abbaa ykn Haadha Qofaan Guddatan (2 Ximotewos 1:5)
-
• Kiristiyaanota Qeenxee Taʼan (1 Qorontos 12:25)
-
-
5:45 CUUPHAA: Amantii Qabaachuun Jireenya Bara Baraa Argamsiisa! (Maatewos 17:20; Yohaannis 3:16; Ibroota 11:6)
-
6:15 Faarfannaa Lakk. 79 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
-
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:45 Faarfannaa Lakk. 24
-
7:50 SIMPOOZIYEMII: Obboloonni Keenya Amantii Argisiisaa kan Jiran Akkamitti?
-
• Afrikaa Keessatti
-
• Eeshiyaa Keessatti
-
• Awurooppaa Keessatti
-
• Ameerikaa Kaabaa Keessatti
-
• Ooshiyaaniyaa Keessatti
-
• Ameerikaa Kibbaa Keessatti
-
-
8:15 SIMPOOZIYEMII: Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa
-
• Afaan Haaraa Baradhaa (1 Qorontos 16:9)
-
• Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa (Ibroota 11:8-10)
-
• Foormii Mana Barumsaa Wangeela Mootummichaa Guutaa (1 Qorontos 4:17)
-
• Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godhaa (Nahimiyaa 1:2, 3; 2:5)
-
• Hojii Yihowaatiif “Hamma Tokko Adda Baasaatii Kaaʼaa” (1 Qorontos 16:2)
-
-
9:15 Faarfannaa Lakk. 84 fi Beeksisa
-
9:20 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: Daaniʼel Jireenya Isaa Guutuu Nama Amantii Ture— Kutaa 1 (Daaniʼel 1:1–2:49; 4:1-33)
-
10:20 ‘Amantii Sanaaf Jabaadhaa Lolaa’! (Yihudaa 3; Fakkeenya 14:15; Roomaa 16:17)
-
10:55 Faarfannaa Lakk. 38 fi Kadhannaa Xumura