Jimaata
Ganama
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 86 fi Kadhannaa
-
3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: Yihowaan ‘Waaqa Nagaa Kennu’ Dha (Roomaa 15:33; Filiphisiyus 4:6, 7)
-
4:10 SIMPOOZIYEMII: Jaalalli Nagaa Dhugaa kan Argamsiisu Akkamitti?
-
• Jaalalli Waaqayyoof Qabnu (Maatewos 22:37, 38; Roomaa 12:17-19)
-
• Jaalalli Namootaaf Qabnu (Maatewos 22:39; Roomaa 13:8-10)
-
• Jaalalli Dubbii Waaqayyootiif Qabnu (Faarfannaa 119:165, 167, 168)
-
-
5:05 Faarfannaa Lakk. 24 fi Beeksisa
-
5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: Yaaqoob—Nama Nagaa Jaallatu (Uumama 26:12–33:11)
-
5:45 ‘Buʼaan Qajeelummaa Dhugaa Nagaa Taʼa’ (Isaayyaas 32:17; 60:21, 22)
-
6:15 Faarfannaa Lakk. 97 fi Boqonnaa Laaqanaa
Waaree Booda
-
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:45 Faarfannaa Lakk. 144
-
7:50 SIMPOOZIYEMII: Waadaawwan Waaqayyo Nagaa Kennuuf Galetti Gammadaa
-
• “Tajaajiltoonni Koo ni Nyaatu, . . . Tajaajiltoonni Koo ni Dhugu” (Isaayyaas 65:13, 14)
-
• “Manneen ni Ijaaru, . . . Mukeetii Wayinii ni Dhaabu” (Isaayyaas 65:21-23)
-
• “Yeeyyiinii fi Xobbaallaan Hoolaa Waliin ni Sooratu” (Isaayyaas 11:6-9; 65:25)
-
• “Jiraattota Biyyattii Keessaa Tokko Illee, ‘Na Dhukkuba’ hin Jedhu” (Isaayyaas 33:24; 35:5, 6)
-
• “Inni Bara Baraaf Duʼa ni Liqimsa” (Isaayyaas 25:7, 8)
-
-
8:50 Faarfannaa Lakk. 35 fi Beeksisa
-
9:00 SIMPOOZIYEMII: Gorsa Nagaa Maatiitiif Fayyadu Hordofaa
-
• Jaalalaa fi Kabaja Argisiisaa (Roomaa 12:10)
-
• Akka Gaariitti Yaada Wal Jijjiiraa (Efesoon 5:15, 16)
-
• Qindoominaan Waliin Hojjedhaa (Maatewos 19:6)
-
• Waliin Yihowaa Waaqeffadhaa (Iyyaasuu 24:15)
-
-
9:55 “Bulchaa Nagaa” Amanamummaadhaan Deggeraa (Isaayyaas 9:6, 7; Tiitoo 3:1, 2)
-
10:15 Nagaa Sobaatiin hin Gowwoomfaminaa! (Maatewos 4:1-11; Yohaannis 14:27; 1 Tasalonqee 5:2, 3)
-
10:50 Faarfannaa Lakk. 112 fi Kadhannaa Xumura