Sanbadduraa
Ganama
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 58 fi Kadhannaa
-
3:40 SIMPOOZIYEMII: “Misiraachoo Nagaa” Labsuuf Dammaqoo Taʼaa
-
• Hinaaffaa Keessan Eeggadhaa (Roomaa 1:14, 15)
-
• Akka Gaariitti Qophaaʼaa (2 Ximotewos 2:15)
-
• Dursa Fudhadhaa (Yohaannis 4:6, 7, 9, 25, 26)
-
• Warra Fedhii Qaban Hordofaa Gargaaraa (1 Qorontos 3:6)
-
• Barattoonni Keessan Karaa Hafuuraa Akka Bilchaatan Gargaaraa (Ibroota 6:1)
-
-
4:40 Dargaggootaa—Daandii Nagaa Argamsiisu Filadhaa! (Maatewos 6:33; Luqaas 7:35; Yaaqoob 1:4)
-
5:00 Faarfannaa Lakk. 135 fi Beeksisa
-
5:10 VIIDIYOO: Obboloonni Keenya Nagaa Argachaa kan Jiran Akkamitti?
-
• Mormiin Jiraatus
-
• Dhibeen Fayyaa Jiraatus
-
• Rakkinni Diinagdee Jiraatus
-
• Balaan Uumamaa Jiraatus
-
-
5:45 CUUPHAA: “Daandii Nagaa Irra” Deemuu Keessan Itti Fufaa (Luqaas 1:79; 2 Qorontos 4:16-18; 13:11)
-
6:15 Faarfannaa Lakk. 54 fi Boqonnaa Laaqanaa
Waaree Booda
-
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:45 Faarfannaa Lakk. 29
-
7:50 SIMPOOZIYEMII: Wantoota Nagaa Mancaasan ‘Of Irraa Baasaatii Gataa’
-
• Koora Sirrii hin Taane (Efesoon 4:22; 1 Qorontos 4:7)
-
• Hinaaffaa (Filiphisiyus 2:3, 4)
-
• Amanamummaa Dhabuu (Efesoon 4:25)
-
• Hamii Nama Miidhu (Fakkeenya 15:28)
-
• Aarii Toʼannaa Ala Taʼe (Yaaqoob 1:19)
-
-
8:45 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: Yihowaan Daandii Nagaa Irra Akka Deemnu Nu Qajeelcha—Kutaa 1 (Isaayyaas 48:17, 18)
-
9:15 Faarfannaa Lakk. 130 fi Beeksisa
-
9:25 SIMPOOZIYEMII: ‘Nagaa Barbaadaa, Duukaas Buʼaa’
-
• Daftanii Mufachuu Dhiisuudhaan (Fakkeenya 19:11; Lallaba 7:9; 1 Pheexiros 3:11)
-
• Dhiifama Gaafachuudhaan (Maatewos 5:23, 24; Hojii Ergamootaa 23:3-5)
-
• Tolaan Dhiifama Gochuudhaan (Qolosaayis 3:13)
-
• Kennaa Dubbachuu Keessanitti Ogummaadhaan Fayyadamuudhaan (Fakkeenya 12:18; 18:21)
-
-
10:15 ‘Hidhaa Nagaa Isa Tokko Nu Godhuuf’ Eegumsa Godhaa! (Efesoon 4:1-6)
-
10:50 Faarfannaa Lakk. 113 fi Kadhannaa Xumuraa