Dilbata
‘Yihowaan gaarummaa isinitti argisiisuuf obsaan eegaa jira’—Isaayyaas 30:18
Ganama
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 95 fi Kadhannaa
-
3:40 SIMPOOZIYEMII: Raajota Obsuurratti Fakkeenya Taʼan
-
• Eliyaas (Yaaqoob 5:10, 17, 18)
-
• Miikiyaas (Miikiyaas 7:7)
-
• Hoseʼaa (Hoseʼaa 3:1)
-
• Isaayyaas (Isaayyaas 7:3)
-
• Hisqiʼel (Hisqiʼel 2:3-5)
-
• Ermiyaas (Ermiyaas 15:16)
-
• Daaniʼel (Daaniʼel 9:22, 23)
-
-
5:05 Faarfannaa Lakk. 142 fi Beeksisa
-
5:15 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE: Waaqayyo Isiniif Jedhee Tarkaanfii ni Fudhataa? (Isaayyaas 64:4)
-
5:45 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa
-
6:15 Faarfannaa Lakk. 94 fi Boqonnaa Laaqanaa
Waaree Booda
-
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:45 Faarfannaa Lakk. 114
-
7:50 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: “Daandii Kee Yihowaatti Kennadhu”—Kutaa 2 (Faarfannaa 37:5)
-
8:30 Faarfannaa Lakk. 115 fi Beeksisa
-
8:40 ‘Yihowaan Gaarummaa Isinitti Argisiisuuf Obsaan Eegaa Jira’ (Isaayyaas 30:18-21; 60:17; 2 Mootota 6:15-17; Efesoon 1:9, 10)
-
9:40 Faarfannaa Addaa Haaraa fi Kadhannaa Xumuraa