Sanbadduraa
‘Hundumaatti Obsa Argisiisaa’—1 Tasalonqee 5:14
Ganama
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 58 fi Kadhannaa
-
3:40 SIMPOOZIYEMII: ‘Obsuudhaan Akka Tajaajiltoota Waaqayyootti Of Dhiheessina’
-
• Yeroo Lallabnu (Hojii Ergamootaa 26:29; 2 Qorontos 6:4,6)
-
• Yeroo Barattoota Kitaaba Qulqulluu Barsiisnu (Yohaannis 16:12)
-
• Yeroo Wal Jajjabeessinu (1 Tasalonqee 5:11)
-
• Yeroo Jaarsa Taanee Tajaajillu (2 Ximotewos 4:2)
-
-
4:30 Warri Isiniif Obsame Obsa argisiisaa! (Maatewos 7:1, 2; 18:23-35)
-
4:50 Faarfannaa Lakk. 138 fi Beeksisa
-
5:00 SIMPOOZIYEMII: ‘Obsa Qabaachuudhaan Jaalalaan Wal Dandaʼaa’
-
• Firoota hin Amanne (Qolosaayis 4:6)
-
• Hiriyaa Gaaʼelaa Keessan (Fakkeenya 19:11)
-
• Ijoollee Keessan (2 Ximotewos 3:14)
-
• Miseensota Maatii Dhukkubsatan ykn Dullooman (Ibroota 13:16)
-
-
5:45 CUUPHAA: Obsi Yihowaa Fayyina Keenya! (2 Pheexiros 3:13-15)
-
6:15 Faarfannaa Lakk. 75 fi Boqonnaa Laaqanaa
Waaree Booda
-
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:45 Faarfannaa Lakk. 106
-
7:50 Gammachuu Yeroodhaaf Qofa Argamu Irraa Of Eeggachuu Kan Qabnu Maaliifi? (1 Tasalonqee 4:3-5; 1 Yohaannis 2:17)
-
8:15 SIMPOOZIYEMII: “Of Tuuluu Irra Obsuu Wayya”
-
• Addaam utuu hin taʼin, Abeeliin Fakkaadhaa (Lallaba 7:8)
-
• Esaawu utuu hin taʼin, Yaaqoobiin Fakkaadhaa (Ibroota 12:16)
-
• Qoraa utuu hin taʼin, Musee Fakkaadhaa (Lakkoofsa 16:9, 10)
-
• Saaʼol utuu hin taʼin, Saamuʼeliin Fakkaadhaa (1 Saamuʼel 15:22)
-
• Abishaalom utuu hin taʼin, Yonaataaniin Fakkaadhaa (1 Saamuʼel 23:16-18)
-
-
9:15 Faarfannaa Lakk. 87 fi Beeksisa
-
9:25 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: “Daandii Kee Yihowaatti Kennadhu”—Kutaa 1 (Faarfannaa 37:5)
-
9:55 “Yommuu Nu Ariʼatan Obsaan Jabaannee Dhaabbanna” (1 Qorontos 4:12; Roomaa 12:14, 21)
-
10:30 Faarfannaa Lakk. 79 fi Kadhannaa Xumuraa