Poornoogiraafii
Iyo 31:1; Fr 101:2, 3; Mat 5:27-30; Qol 3:5
Dabalataanis 1Qo 6:18; Efe 4:17-19 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Uma 6:1, 2; Yih 6—Maleekonni tokko tokko hawwii guddaadhaan dubartoota ilaalaniiru, kunis badiisaaf isaan saaxileera
2Sa 11:2-4—Daawit Mootichi ejjaa fi ajjeechaa akka raawwatu kan isa taasise haati manaa nama kan biraa yommuu dhaqna dhiqattu ilaaluu isaa ture