Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Amala Kiristiyaanotaa

Amala Kiristiyaanotaa

Kiristiyaanonni wanta itti amananii wajjin wal simanii jiraachuu kan qaban maaliifi?

Fakkeenya eenyuu hordofuu qabna?

Kiristiyaanonni ulaagaa Waaqayyootiin jiraachuun isaanii buʼaa akkamii argamsiisa?

Caqasoonni armaan gadii amala sirrii hin taanerraa fagaachuuf kan nu gargaaran akkamitti?

Fak 4:23-27; Yaq 1:14, 15

Dabalataanis Mat 5:28; 15:19; Rom 1:26, 27; Efe 2:2, 3 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 3:1-6—Hewaan qorumsarraa fagaachuu mannaa qorumsaan moʼamteetti

    • Iya 7:1, 4, 5, 20-25—Akaan yommuu ajaja Yihowaa cabsetti sababa cubbuu isaatiin namoonni hedduun miidhamaniiru

Caqasoonni armaan gadii wanta sirrii raawwachuuf kan nu gargaaran akkamitti?

Rom 12:2; Efe 4:22-24; Flp 4:8; Qol 3:9, 10

Dabalataanis Fak 1:10-19; 2:10-15; 1Ph 1:14-16 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 39:7-12—Yoseef qorumsa haati manaa Phoxifaar isarraan geessiste dandamateera

    • Iyo 31:1, 9-11—Iyyoob dubartii haadha manaasaa hin taaneef xiyyeeffannaa sirrii hin taane kennuu dhiisuuf murteessee ture

    • Mat 4:1-11—Yesuus qorumsa Seexanaa mormeera

Kiristiyaanonni amala dogoggoraa akkamii qabaachuu hin qaban?

Amala Dogoggoraa” isa jedhu ilaali

Kiristiyaanonni gocha dogoggoraa akkamii raawwachuu hin qaban?

Gocha Dogoggoraa” isa jedhu ilaali

Kiristiyaanonni amalawwan gaggaarii akkamii horachuu qabu?

Qulqullummaa

2Qo 11:3; 1Xi 4:12; 5:1, 2, 22; 1Ph 3:1, 2

Dabalataanis Flp 4:8; Tit 2:3-5 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 39:4-12—Yoseef haati manaa Phoxifaar dhiibbaa walirraa hin cinne isarraan geessistus qulqullummaasaa eeggateera

    • Wed 4:12; 8:6—Shulaamittiin jaalallee ishiitiif amanamtuu turte, qulqullummaa ishiis eeggatteetti, ishiin iddoo biqiltuu cufamaatti fakkeeffamteetti

Yihowaatti amanamuu

Yihowaatti Amanamuu” isa jedhu ilaali

Warri kaan akka nu caalanitti yaaduu

Gad of Qabuu” isa jedhu ilaali

Wanta qabnutti gammaduu

Wanta Qabnutti Gammaduu” isa jedhu ilaali

Waltaʼiinsaan hojjechuu

Lal 4:9, 10; 1Qo 16:16; Efe 4:15, 16

Dabalataanis Fr 110:3; Flp 1:27, 28; Ibr 13:17 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Se 25:1-8—Daawit Mootichi tajaajila qulqulluudhaaf faarfattootaa fi namoota ogummaa muuziqaa qaban kan gurmeesse siʼa taʼu, hojii kana raawwachuun immoo wal taʼiinsaan hojjechuu gaafata

    • Nah 3:1, 2, 8, 9, 12; 4:6-8, 14-18, 22, 23; 5:16; 6:15—Yihowaan sabni isaa wal taʼiinsaan waan hojjetaniif isaan eebbiseera, kanaafuu guyyaa 52 gidduutti dallaa Yerusaalem deebisanii ijaaraniiru

Ija jabina

Ija jabina” isa jedhu ilaali

Warra kaan jajjabeessuu fi ijaaruu

Isa 35:3, 4; Rom 1:11, 12; Ibr 10:24, 25

Dabalataanis Rom 15:2; 1Ta 5:11 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Sa 23:15-18—Yonaataan, Daawit isa Saaʼol mootichi ariʼachaa ture jajjabeesseera

    • HoE 15:22-31—Qaamni olaanaa jaarraa jalqabaa karaa bakka buʼoota isaa gumiiwwaniif xalayaa ergeera, kunis jajjabina argamsiiseera

Jabaatanii dhaabachuu; dandaʼuu

Mat 24:13; Luq 21:19; 1Qo 15:58; Gal 6:9; Ibr 10:36

Dabalataanis Rom 12:12; 1Xi 4:16; Mul 2:2, 3 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Ibr 12:1-3—Phaawulos ergamaan fakkeenya Yesuusitti fayyadamuudhaan Kiristiyaanonni jabaatanii akka dhaabbatan isaan jajjabeesseera

    • Yaq 5:10, 11—Yaaqoob, Iyyoob jabaatee akka dhaabbatee fi Yihowaanis akka isa kiise ibseera

Wanta hundumaarratti amanamaa taʼuu

Luq 16:10

Dabalataanis Uma 6:22; Bau 40:16 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Dan 1:3-5, 8-20—Daaniʼel raajichii fi michoonnisaa sadan nyaata Seera Musee keessatti dhorkame ilaalchisee ejjennoo qaban hin laaffisne

    • Luq 21:1-4—Yesuus buusii xinnoon dubartiin abbaan manaa irraa duʼe tokko goote amantii guddaa akka qabdu akka argisiisu hubateera

Yihowaa sodaachuu

Iyo 28:28; Fr 33:8; Fak 1:7

Dabalataanis Fr 111:10 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Nah 5:14-19—Nahimiyaan inni bulchaa ture Yihowaa sodaachuunsaa, akka bulchitoota kaanii saba Waaqayyoorraa faayidaa sirrii hin taane argachuuf yaaluurraa isa eegeera

    • Ibr 5:7, 8—Yesuus Waaqayyoon sodaachuurratti fakkeenya taʼeera

Firii hafuuraa

Firii Hafuura Waaqayyoo” isa jedhu ilaali

Arjummaa

Arjummaa” isa jedhu ilaali

Waaqayyoof buluu

1Xi 6:6; 2Ph 2:9; 3:11

Dabalataanis 1Xi 5:4; 2Xi 3:12 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • HoE 10:1-7—Yihowaan, Qorneelewos Yihudii taʼuu baatus, arjaa, nama yeroo hundumaa kadhatu, Waaqayyoof buluu fi Waaqayyoon sodaatu akka taʼe hubateera

    • 1Xi 3:16—Yesuus Waaqayyoof buluu irratti fakkeenya hundarra caalu nuuf taʼa

Dubbii gaarii fi nama ijaaru

Fak 12:18; 16:24; Qol 4:6; Tit 2:6-8

Dabalataanis Fak 10:11; 25:11; Qol 3:8 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Fr 45:2—Raajiin waaʼee masiihichaa dubbatame mootiin Yihowaan muude dubbii gaarii akka dubbatu ibsee ture

    • Luq 4:22—Dubbii gaariin Yesuus dubbate namoota ofitti hawwateera

Keessummaa simachuu

Keessummaa Simachuu” isa jedhu ilaali

Gad of qabuu; humna ofii beekuu

Gad of Qabuu” isa jedhu ilaali

Looguu dhiisuu

Looguu Dhiisuu” isa jedhu ilaali

Garaa guutuudhaan hojjechuu

Hojii” isa jedhu ilaali

Waaqayyoof amanamaa taʼuu

Waaqayyoof amanamaa taʼuu” isa jedhu ilaali

Namootaaf garaadhaa yaaduu

Amanamummaa

Amanamummaa” isa jedhu ilaali

Gara Laafina

Gara Laafina” isa jedhu ilaali

Barsiifata Madaalamaa Qabachuu

Ajajamuu

Ajajamuu” isa jedhu ilaali

Seera qabeessa

Gal 5:25; 1Xi 3:2

Dabalataanis Flp 3:16 ilaali

Kadhannaatti jabaachuu

Dhiifama gochuuf qophaaʼaa taʼuu

Dhiifama gochuu” isa jedhu ilaali

Kabaja argisiisuu

Flp 2:3, 4; 1Ph 3:15

Dabalataanis Efe 5:33; 1Ph 3:1, 2, 7 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Lak 14:1-4, 11—Yihowaan, Israaʼelonni Musee raajichaa fi Aaron isa Luba Olaanaa taʼe kabajuu dhiisuun isaanii isa kabajuu dhiisuu akka taʼetti ilaaleera

    • Mat 21:33-41—Yesuus, wanta namoota raajota Yihowaa fi Ilmasaa hin kabajnerra gaʼu fakkeenya tokkotti fayyadamee ibseera

Jireenya keenya keessatti fedha Yihowaatiif iddoo guddaa kennuu

Mat 6:33; Rom 8:5; 1Qo 2:14-16

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Ibr 11:8-10—Abrahaam Mootummaan Waaqayyoo waan isaaf dhugoomeef akka nama biyya ormaatti dunkaana keessa jiraateera

    • Ibr 11:24-27—Filannoon Museen jireenya isaa keessatti godhe Yihowaan akka isaaf dhugoome argisiisa

Bitamuu

Efe 5:21; Ibr 13:17

Dabalataanis Yoh 6:38; Efe 5:22-24; Qol 3:18 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Luq 22:40-43—Yesuus akkas gochuun yeroo baayʼee rakkisaa taʼettillee, abbaa isaatiif bitamuudhaan fakkeenya taʼeera

    • 1Ph 3:1-6—Pheexiros ergamaan, Saaraan bitamuurratti haadhotii manaa Kiristiyaanota taʼaniif fakkeenya akka taatu ibseera

Garaadhaa namaaf gadduu

Namaaf gadduu” isa jedhu ilaali

Dhugaa dubbachuu

Amanamummaa” isa jedhu ilaali