Halalummaa
Addaggummaa; xuraaʼummaa; ejja
Bau 20:13-17; Mar 7:21-23; 1Qo 6:9, 10, 18; Gal 5:19, 21; Efe 5:5; 1Ph 4:3
Dabalataanis Lew 20:10; Fak 6:32; Rom 13:13; Efe 4:19; 5:3; 2Ph 2:2, 7, 8, 18, 19 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Uma 39:7-12—Haati manaa Phooxifaaraa, Yoseef ishee wajjin akka ciisu irra deddeebitee yaalteetti, taʼus inni yeroo kana hundatti dideera
2Sa 12:7-14—Daawit Mootichi, Baat Sheebaa wajjin ejja raawwachuun isaa maatii isaarratti miidhaa waggoota hedduudhaaf ture geessiseera