Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Jaalala

Jaalala

Yihowaan jaalala kan argisiise akkamitti?

Er 31:3; Yoh 3:16; Rom 5:8; 1Yo 4:8, 19

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 1:1, 26-31; 2:8, 9, 15, 16—Yihowaan jaalalaan kakaʼee lafa uumeera, iddoo biqiltuu Eeden keessattis kennaawwan gaarii taʼan hedduu namoota jalqabaatiif kenneera

    • Fr 104:27-30—Faarfatichi kunuunsa Yihowaan lubbu qabeeyyii hundaaf godhuuf isa jajateera

Jaalala argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Yoh 13:34, 35; 15:12, 13; 1Ph 4:8; 1Yo 4:10, 11; 5:3

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Mat 22:36-39—Yesuus ajajawwan gurguddoon lamaan Waaqayyoon jaallachuu fi nama jaallachuu akka taʼan ibseera

    • 1Qo 13:1-8—Phaawulos ergamaan jaalalli barbaachisaa akka taʼee fi akkamitti argisiisuu akka dandeenyu ibseera