Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Obsa

Obsa

Yihowaan obsa kan argisiise akkamitti?

Rom 2:4; 9:22

Dabalataanis Nah 9:30 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Er 7:23-25—Yihowaan saba isaa warra mata jabeeyyii taʼanitti akkamitti obsa akka argisiise ibseera

    • 2Ph 3:3-9, 15—Pheexiros ergamaan Yihowaan obsa guddaa kan argisiise maaliif akka taʼe, akkamitti akka taʼee fi bara baraaf akka hin obsine dubbateera

Obsa horachuu kan qabnu maaliifi?

Fak 25:15; Efe 4:1-3; 2Xi 2:24, 25; 4:2

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 39:19-21; 40:14, 15, 23; 41:1, 9-14 —Yoseef garbummaatti kan gurguramee fi waggoota hedduudhaaf jalʼinaan mana hidhaa Gibxiitti kan hidhame taʼus, obsaan dandaʼeera, akkasumas amantii isaa eeggateera

    • Ibr 6:10-15—Phaawulos ergamaan faayidaa obsaa Kiristiyaanota barsiisuuf fakkeenya Abrahaamitti fayyadameera