Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Tuffii

Tuffii

Gochaa fi amala tuffii argisiisu akkamiirraa fagaachuu qabna?

Fr 10:13; 3Yo 9, 10

Dabalataanis Fr 74:10, 18; Yih 8, 10 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Sa 2:12-17, 22-25, 27-30—Ilmaan Eelii Luba Olaanaa waaqeffannaa Yihowaa tuffataniiru, Eeliinis isaan adabuu dhiisuudhaan Yihowaa tuffateera

    • 2Mo 1:9-15—Yihowaan loltoota raajiisaa Eeliyaasiin tuffatan ajjeeseera, loltoota gad of qaboo turan garuu oolcheera