Wanta Qabnutti Gammaduu
Fr 30:8, 9; 1Xi 6:6-8; Ibr 13:5
Dabalataanis Mat 6:11, 19-21, 24-33; HoE 20:35; Flp 4:11-13 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
1Mo 17:8-16—Yihowaan dubartii Saraaptaa abbaan manaa irraa duʼeef qabeenya guddaa utuu hin taʼin, nyaata gaʼaa guyyaa guyyaadhaan ishii barbaachisu ishiif kennuudhaan ishii kiiseera; wanta qabnutti gammaduu ilaalchisee seenaa kanarraa barumsa gaarii arganna