Yaada Ofiitti Cichuu Dhiisuu
Kiristiyaanonni yaada isaaniitti cichuu kan hin qabne maaliifi?
Dabalataanis 1Xi 3:2, 3 ilaali
-
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
-
Uma 18:23-33—Yihowaan, Abrahaam waaʼee badiisa Sodoomii fi Gomoraa yeroo isa gaafatu obsaan isa dhaggeeffateera
-
Uma 19:16-22, 30—Yihowaan, yeroo Loox ‘gara gaarotaatti baqachuu mannaa gara Zoʼaarittan baqadha’ isaan jedhetti tole isaan jechuudhaan sababa qabeessa taʼuusaa argisiiseera
-
Mat 15:21-28—Yesuus wanta dubartiin Fiinqee amantii cimaa qabdu tokko isa kadhatte isheedhaaf raawwachuudhaan yaada isaatti akka hin cichine argisiiseera
-