Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Yaaddoo

Yaaddoo

Hiyyoomuu, beelaʼuu ykn bakka jireenyaa dhabuun si yaaddessaa jiraa?

Fak 10:15; 19:7; 30:8

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Fru 3:19—Raajichi Ermiyaas akkuma namoota kaanii, badiisa Yerusaalem booda manasaa dhabee ture

    • 2Qo 8:1, 2; 11:27—Hiyyummaa cimaan Kiristiyaanota Maqedooniyaa miidheera, Phaawulos ergamaanis yeroo baayʼee nyaata, uffataa fi iddoo bulu dhabeera

  • Caqasoota nama jajjabeessan:

Michuun dhabaa, kophaan taʼaa ykn nan jibbamaa laata jettee yaaddoftaa?

Iyo 19:19; Lal 4:10, 12

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Mo 18:22; 19:9, 10—Eeliyaas raajichi amanamummaadhaan Yihowaa tajaajilaa kan jiru isa qofa akka taʼe isatti dhagaʼameera

    • Er 15:16-21—Ermiyaas raajichi namoota ergaa Yihowaa caalaa bashannana jaallatan gidduu yeroo turetti kophummaan isatti dhagaʼameera

  • Caqasoota nama jajjabeessan:

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si jajjabeessu:

    • 1Mo 19:1-19—Yihowaan Eeliyaas raajichaaf nyaataa fi bishaan kenneera, yaaddoosaa yeroo ibsatu isa dhaggeeffateera, taʼeewwan humna isaa mulʼisan isatti argisiisuudhaanis isa jajjabeesseera

    • Yoh 16:32, 33—Yesuus michoonni isaa akka isa dhiisan beeka ture, garuu Yihowaan isaa wajjin akka jiru waan beekuuf hin yaaddofne