Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

QOʼANNAA 9

Viidiyoo fi Fakkiidhaan Barsiisuu

Viidiyoo fi Fakkiidhaan Barsiisuu

Uumama 15:5

YAADA IJOO: Qabxiiwwan ijoo taʼan caalaatti ifa gochuuf viidiyoo fi fakkiitti fayyadami.

KANA GOCHUUN KAN DANDAʼAMU AKKAMITTI?

  • Viidiyoo fi fakkii barumsi kee humna akka argatu godhu filadhu. Qabxiiwwan xixinnoo utuu hin taʼin, qabxiiwwan barbaachisaa taʼan ibsuuf, fakkii, diyaagiraamii, kaartaa, duraa duuba yeroo ykn wantoota kan biraatti fayyadami. Dhaggeeffattoonni fakkii fi viidiyoo sana qofa utuu hin taʼin, yaada ijoo barumsichaa akka yaadatan gargaari.

  • Dhaggeeffattoonni fakkii ykn viidiyoo sana argaa jiraachuu isaanii mirkaneessi.