Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 3

“Jaalalli Kiristoos Nu Dirqisiisa”

“Jaalalli Kiristoos Nu Dirqisiisa”

Yesuus duukaa buʼuu keenya akka itti fufnu kan nu kakaasu maalidha? Phaawulos ergamaan, “Jaalalli Kiristoos nu dirqisiisa” jedheera. (2 Qorontos 5:14) Kutaa kana keessatti, jaalala Yesuus Yihowaadhaaf, ilmaan namootaatiif, akkasumas dhuunfaatti nuuf qabu qoʼanna. Jaalala Yesuus qabu caalaatti yeroo hubannu garaan keenya waan tuqamuuf fakkeenyasaa hordofuuf caalaatti kakaana.