Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 1

Kiristoosiin “Kottuu Ilaali!”

Kiristoosiin “Kottuu Ilaali!”

Yesuus nama taʼee kan jiraate gara waggaa 2,000 dura taʼus, yeroo harʼaattis Ilma Waaqayyoo ‘dhufnee ilaaluu’ ni dandeenya. (Yohaannis 1:46) Seenaawwan Wangeelaa eenyummaa, ilaalchaa fi akkaataa jireenyaasaa akka gaariitti nuu ibsu. Kutaa kana keessatti amaloota Yesuus tokko tokko ilaalla.