Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 2

‘Barsiisuu fi Misiraachoo Mootummichaa Lallabuu’

‘Barsiisuu fi Misiraachoo Mootummichaa Lallabuu’

Hojii anaaxummaa hojjeteera. Dinqii raawwateera. Namoota fayyiseera. Yesuus hojiiwwan kanaa fi kan biroo hojjeteera. Taʼus, namoonni yeroo isa haasofsiisanitti Barsiisaa jedhanii isa waamu turan. Eeyyee, hojiinsaa inni guddaan, ‘barsiisuu fi misiraachoo Mootummichaa lallabuu’ ture. (Maatewos 4:23) Nutis duuka buutota Yesuus waan taaneef, hojii kana hojjenna. Kutaa kana keessatti, fakkeenyasaa qoʼachuudhaan hojii kana akkamitti hojjechuu akka dandeenyu baranna.