Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Addunyaa Maraa Bara 2017

Hojii lallabaa addunyaa maraa Dhugaa Baatota Yihowaa Fulbaana 2016 hanga Hagayyat 2017 balʼinaan ilaali.

Dimshaasha 2017

Gabaasni tajaajilaa waggaa kun, hojii lallabaa addunyaa maratti raawwatamuuf carraaqqii Dhugaa Baatota Yihowaa godhanii fi baasii isaan baasan argisiisa.

Gabaasa Biyyootaa 2017

Gabaasni kun miseensota, namoota cuuphaman, namoota Ayyaana Yaadannoo irratti argamanii fi kkf dabalata.