Dimshaasha 2019
Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 87
Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaatee: 240
Lakkoofsa Waliigalaa Gumiiwwanii: 119,712
Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoo Irratti Argamanii: 20,919,041
Namoota Maxinoo fi Wayinicha Irraa Fudhatan: 20,526
Lakkoofsa Guddina Babalʼistootaa *: 8,683,117
Lakkoofsa Giddu Gala Babalʼistootaa Jiʼa Jiʼaan Hojii Lallabaa Irratti Hirmaatanii: 8,471,008
Bara 2018 Irratti Dhibbeentaa Dabalame: 1.3
Lakkoofsa Waliigalaa Namoota Cuuphamanii *: 303,866
Giddu Gala Lakkoofsa Qajeelchitootaa * Jiʼa Jiʼaan: 1,277,738
Giddu Gala Lakkoofsa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan: 464,980
Saʼaatii Waliigalaa Tajaajila Irratti Dabarfame: 2,088,560,437
Lakkoofsa Giddu Gala Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu * Jiʼa Jiʼaan: 9,618,182
Waggaa tajaajilaa 2019tti, * Dhugaa Baatonni Yihowaa qajeelchitoota addaa, misiyoonotaa fi daawwattoota ol aanaa aanaa taʼanii tajaajilaa jiran deggeruuf doolaara Ameerikaa miliyoona 224 ol baasaniiru. Addunyaa maratti, dimshaashumatti tajaajiltoonni 20,858 taʼan waajjiroota damee keessa tajaajilaa jiru. Hundi isaanii miseensota Waldaa Obbolummaa Tajaajiltoota Yeroo Guutuu Addaa Dhugaa Baatota Yihowaa ti.
^ key. 7 Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuu irratti hinaaffaadhaan hirmaatu dha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, mata duree weeb saayitii jw.org irra jiruu fi “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.
^ key. 10 Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree weebsaayitii jw.org irra jiruu fi “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?” jedhu ilaali.
^ key. 11 Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, misiraachoo lallabuu irratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsuuf fedhii kan qabu dha.
^ key. 14 Odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree weebsaayitii jw.org irraa jiruu fi “Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Maalidha?” jedhu ilaali.
^ key. 15 Waggaan tajaajilaa 2019, Fulbaana 1, 2018 jalqabee hanga Hagayya 31, 2019 kan jiru dha.