Dimshaasha 2020
Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 87
Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaatee: 240
Lakkoofsa Waliigalaa Gumiiwwanii: 120,387
Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoo Irratti Argamanii: 17,844,773
Namoota Maxinoo fi Wayinicha Irraa Fudhatan: 21,182
Lakkoofsa Babalʼistootaa isa Guddaa *: 8,695,808
Lakkoofsa Giddu Galaa Babalʼistoota Jiʼa Jiʼaan Hojii Lallabaa Irratti Hirmaatanii: 8,424,185
Dhibbeentaa Bara 2019 Irratti Dabalame: -0.6
Lakkoofsa Waliigalaa Namoota Cuuphamanii *: 241,994
Giddu Gala Lakkoofsa Qajeelchitootaa * Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 1,299,619
Giddu Gala Lakkoofsa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 338,568
Saʼaatii Waliigalaa Tajaajila Irratti Dabarfame: 1,669,901,531
Giddu Gala Lakkoofsa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu * Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 7,705,765
Waggaa tajaajilaa 2020tti, * Dhugaa Baatonni Yihowaa qajeelchitoota addaa, misiyoonotaa fi daawwattoota ol aanaa aanaa taʼanii tajaajilaa jiran deggeruuf doolaara Ameerikaa miliyoona 231 ol baasaniiru. Addunyaa maratti, dimshaashumatti tajaajiltoonni 20,994 taʼan waajjiroota damee keessa tajaajilaa jiru. Hundi isaanii miseensota Waldaa Obbolummaa Tajaajiltoota Yeroo Guutuu Addaa Dhugaa Baatota Yihowaa ti.
^ key. 7 Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuu irratti hinaaffaadhaan hirmaatu dha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, mata duree weeb saayitii jw.org irra jiruu fi “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.
^ key. 10 Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree weebsaayitii jw.org irra jiruu fi “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Danda’u Akkamitti?” jedhu ilaali.
^ key. 11 Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, misiraachoo lallabuu irratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsuuf fedhii qabu dha.
^ key. 14 Odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree weebsaayitii jw.org irra jiruu fi “Qayyabannaan Kitaaba Qulqulluu Maalidha?” jedhu ilaali.
^ key. 15 Waggaan tajaajilaa 2020, Fulbaana 1, 2019 hanga Hagayya 31, 2020 kan jiru dha.