Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Dimshaasha 2021

Dimshaasha 2021
  • Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 87

  • Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaatee: 239

  • Lakkoofsa Waliigalaa Gumiiwwanii: 119,297

  • Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoo Irratti Argamanii: 21,367,603

  • Namoota Maxinoo fi Wayinicha Irraa Fudhatan: 20,746

  • Lakkoofsa Babalʼistootaa * isa Guddaa: 8,686,980

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Babalʼistoota Jiʼa Jiʼaan Hojii Lallabaa Irratti Hirmaatanii: 8,480,147

  • Dhibbeentaa Bara 2020 Irratti Dabalame: 0.7

  • Lakkoofsa Waliigalaa Namoota Cuuphamanii *: 171,393

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitootaa * Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 1,350,138

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 398,504

  • Saʼaatii Waliigalaa Tajaajila Irratti Dabarfame: 1,423,039,931

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu * Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 5,908,167

Waggaa tajaajilaa * 2021tti Dhugaa Baatonni Yihowaa qajeelchitoota addaa, misiyoonotaa fi ilaaltota olaanaa aanaa deggeruuf doolaara Ameerikaa miliyoona 229 baasaniiru. Addunyaa maratti, dimshaashumatti namoonni 20,595 taʼan waajjiroota damee keessa tajaajilaa jiru. Hundi isaanii miseensota Waldaa Obbolummaa Tajaajiltoota Yeroo Guutuu Addaa Dhagaa Baatota Yihowaati..

^ key. 7 Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuu irratti hinaaffaadhaan hirmaatudha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, jw.org irraa mata duree “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.

^ key. 10 Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, jw.org irraa mata duree “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?” jedhu ilaali.

^ key. 11 Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, misiraachoo lallabuu irratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsuuf fedhii qabudha.

^ key. 14 Odeeffannoo dabalataa argachuuf, jw.org irraa mata duree “Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?” jedhu ilaali.

^ key. 15 Waggaan tajaajilaa 2021 Fulbaana 1, 2020 hanga Hagayya 31, 2021 kan jirudha.