Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 6 • HOJII ERGAMOOTAA 15:36–18:22

‘Obboloota Deebinee haa Daawwannu’

‘Obboloota Deebinee haa Daawwannu’

HOJII ERGAMOOTAA 15:36

Gaʼee guddaan daawwattoonni olaanoo aanaa gumii Kiristiyaanaa keessaatti qaban maalidha? Itti gaafatamummaa jaarmiyaan Yihowaa nuuf kennu fedhiidhaan yommuu fudhannu eebba akkamii arganna? Kitaaba Qulqulluurraa ragaa quubsaa dhiheessuu kan dandeenyu akkamitti? Yommuu namoota haasofsiisnu akka haala isaatti sirreeffama gochuu kan qabnu maaliifi? Adeemsa Misiyoonummaa Phaawulos isa lammaffaa yommuu qorru gaaffiiwwan kanneenii fi kan birootiif deebii arganna.