Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 4 • HOJII ERGAMOOTAA 13:1–14:28

“Hafuura Qulqulluudhaan Ergaman”

“Hafuura Qulqulluudhaan Ergaman”

HOJII ERGAMOOTAA 13:4

Kutaa kana keessatti adeemsa misiyoonummaa Phaawulos isa tokkoffaa ilaalla. Phaawulos magaalota adda addaa keessatti ariʼatamni isa irra gaʼeera. Taʼus, hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee dhugaa baʼuu fi gumiiwwan haaraa hundeessuu isaa itti fufee ture. Seenaa kana qoʼachuun keenya tajaajila keenya hinaaffaadhaan raawwachuuf nu kakaasa.