Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 8 • HOJII ERGAMOOTAA 21:18–28:31

‘Gufuu Tokko Malee, Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo Lallabuu’

‘Gufuu Tokko Malee, Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo Lallabuu’

HOJII ERGAMOOTAA 28:31

Kutaa kana keessatti, namoonni jeequmsa uuman Phaawulosiin akka mudatan, yeroo adda addaatti akka hidhamee fi bulchitoota Roomaa hedduu dura dhaabbatee amantii isaatiif akka falme baranna. Phaawulos, wantoonni kun hundi isa mudatanis, waaʼee Mootummaa Waaqayyoo dhugaa baʼuu isaa itti fufeera. Kutaa xumuraa kitaaba Hojii Ergamootaa isa baayʼee nama gammachiisu yeroo qoʼattu, ‘Fakkeenya lallabaa wangeelaa ija jabeessaa fi hinaaffaa qabu kanaa hordofuu kanan dandaʼu akkamitti?’ jedhii of gaafadhu.