Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 5 • HOJII ERGAMOOTAA 15:1-35

“Ergamoonnii fi Jaarsoliin . . . Walitti Qabaman”

“Ergamoonnii fi Jaarsoliin . . . Walitti Qabaman”

HOJII ERGAMOOTAA 15:6

Garaagarummaa cimaan nagaa fi tokkummaa gumii balaaf saaxiluu dandaʼu tokko uumamee ture. Maarree gumiiwwan qajeelfama garaagarummaa uumame kana furuuf isaan gargaaru eessaa argatu? Kutaa kana keessatti, gumiin Kiristiyaanaa jaarraa jalqabaa kan gurmaaʼe akkamitti akka taʼee fi sabni Waaqayyoo yeroo harʼaatti argamus fakkeenya kana hordofaa kan jiru akkamitti akka taʼe ilaalla.