Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 3 • HOJII ERGAMOOTAA 10:1–12:25

‘Saboonni Dubbii Waaqayyoo Fudhatan’

‘Saboonni Dubbii Waaqayyoo Fudhatan’

HOJII ERGAMOOTAA 11:1

Duuka buutonni Yesuus Yihudoota taʼan, namoota dhaqna hin qabanneef lallabuuf fedhii ni qabaatuu? Kutaa kana keessatti, hafuurri Yihowaa akkamitti garaa isaanii akka banee fi jibba halaalaa moʼanii saboota hundumaaf guutummaatti akka dhugaa baʼan kan isaan gargaare akkamitti akka taʼe ilaalla.