Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 7 • HOJII ERGAMOOTAA 18:23–21:17

‘Bakka Namoonni Walgaʼanittii fi Manaa Gara Manaatti Barsiisuu’

‘Bakka Namoonni Walgaʼanittii fi Manaa Gara Manaatti Barsiisuu’

HOJII ERGAMOOTAA 20:20

Yeroo namoota barsiisnutti gad of qabuu fi akka haalasaatti jijjiirama gochuu kan qabnu maaliifi? Malli tajaajilaa misiraachicha itti lallabnu inni guddaan maalidha? Fedhii Waaqayyoo raawwachuun of gammachiisuu caalaa barbaachisaa akka taʼe argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? Adeemsa misiyoonummaa Phaawulos isa sadaffaarraa gaaffiiwwan barbaachisoo taʼan kanaaf deebii arganna.