Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 1 • HOJII ERGAMOOTAA 1:1–6:7

“Yerusaalemiin Barumsa Keessaniin Guuttaniittu”

“Yerusaalemiin Barumsa Keessaniin Guuttaniittu”

HOJII ERGAMOOTAA 5:28

Barattoonni Yesuus Dh.K.B. bara 33 guyyaa Phenxeqosxeetti hafuurri qulqulluun erga isaanirratti dhangalaʼee kaasee waaʼee Mootummaa Waaqayyoo hinaaffaadhaan dhugaa baʼaa turan. Kutaa kana keessatti seenaa gammachiisaa gumiin Kiristiyaana hundeeffamuusaa, dhugaa baʼiinsi guddaan Yerusaalem keessatti kennamuusaa fi utuma ariʼatamni isaanirra gaʼa jiruu ija jabinaan jabaatanii dhaabbachuusaanii ibsurratti mariʼanna.