2017-2018 Sagantaa Walgaʼii Aanaa Dhugaa Baatota Yihowaa—Bakka Buʼaan Waajjira Damee kan Irratti Argamu

Sagantaa walgaʼii aanaa, haasaawwan bakka buʼaan waajjira damee dhiheessuu ilaali.

Utuu Abdii hin Kutatin Seera Kiristoos Raawwadhaa!

Sagantaan kun Seerri Kiristoos maal akka taʼee fi seera kana raawwachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Akka Gaariitti Dhaggeeffadhaa

Gaaffiiwwan kun walgaʼii aanaa irratti deebii argatu.