Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Akka Gaariitti Dhaggeeffadhaa

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Akka Gaariitti Dhaggeeffadhaa
  1. ‘Seerri Kiristoos’ maali dha? (Gal. 6:2)

  2. Yeroo namoonni nu hin arginetti seera Kiristoos raawwachuu kan dandeenyu akkamitti? (1 Qor. 10:31)

  3. Tajaajila dirree irratti seera Kiristoos raawwachuu kan dandeenyu akkamitti? (Luq. 16:10; Mat. 22:39; HoE. 20:35)

  4. Seerri Kiristoos, Seera Musee irra akka caalu kan isa taasisu maali dha? (1 Phe. 2:16)

  5. Hiriyoonni gaaʼelaa fi warri, maatii isaanii keessatti seera Kiristoos raawwachuu kan dandaʼan akkamitti? (Efe. 5:22, 23, 25; Ibr. 5:13, 14)

  6. Mana barumsaatti seera Kiristoos raawwachuu kan dandeessan akkamitti? (Far. 1:1-3; Yoh. 17:14)

  7. Akkuma Yesuus nu jaallate, nutis warra kaan jaallachuu kan dandeenyu akkamitti? (Gal. 6:1-5, 10)