Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Utuu Abdii hin Kutatin Seera Kiristoos Raawwadhaa!

Utuu Abdii hin Kutatin Seera Kiristoos Raawwadhaa!

GANAMA

  • 3:40 Muuziqaa

  • 3:50 Faarfannaa Lakk. 17 fi Kadhannaa

  • 4:00 Seerri Kiristoos Maali Dha?

  • 4:15 Yeroo Namoonni Nu hin Arginetti Seera Kiristoos Raawwachuu

  • 4:30 Tajaajila Diree Irratti Seera Kiristoos Raawwachuu

  • 4:55 Faarfannaa Lakk. 70 fi Beeksisa

  • 5:05 Seerri Kiristoos Hunda Irra ni Caala kan Jennu Maaliifi?

  • 5:35 Haasaa Cuuphaa

  • 6:05 Faarfannaa Lakk. 51

WAAREE BOODA

  • 7:20 Muuziqaa

  • 7:30 Faarfannaa Lakk. 76

  • 7:35 Muuxannoo

  • 7:45 Yaada Ijoo Masaraa Eegumsaa

  • 8:15 Maatii Keessatti Seera Kiristoos Raawwachuu

  • 8:30 Mana Barumsaatti Seera Kiristoos Raawwachuu

  • 8:45 Faarfannaa Lakk. 35 fi Beeksisa

  • 8:55 Akkuma Yesuus Isin Jaallate, Isinis Wal Jaalladhaa

  • 9:55 Faarfannaa Lakk. 13 fi Kadhannaa