Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Akka Gaariitti Dhaggeeffadhaa

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Akka Gaariitti Dhaggeeffadhaa
  1. Wanta gaarii hojjechuun ulfaataa kan taʼe maaliifi? (1 Phe. 5:8; Rom. 12:2; Rom. 7:21-25)

  2. Fooniif jedhanii facaasuu jechuun maal jechuu dha? Akkas gochuu irraa fagaachuu kan dandeenyu hoo akkamitti? (Gal. 6:8)

  3. ‘Wanta gaarii gochuu’ kan qabnu eenyufaʼiifi? (Gal. 6:10)

  4. Hafuuraaf jennee facaasuu kan dandeenyu akkamitti? (Gal. 6:8)

  5. Yoo abdii kutachuu baanne maal haammanna? (Gal. 6:9)