Dilbata
“Namni hamma dhumaatti jabaatee dhaabatu ni fayya”—MAATEWOS 24:13
GANAMA
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 44 fi Kadhannaa
-
3:40 SIMPOOZIYEMII: Yihowaan ‘Jabaatanii Dhaabachuu fi Jajjabina kan Namaaf Kennu’ Akkamitti?
-
Warra Dadhaboo fi Warra Dhiphataniif (Roomaa 15:4, 5; 1 Tasalonqee 5:14; 1 Pheexiros 5:7-10)
-
Warra Wanti Jireenyaaf Barbaachisu Isaan Barbaachisuuf (1 Ximotewos 6:18)
-
“Warra Abbaan Irra hin Jirreef” (Faarfannaa 82:3)
-
Warra Dulloomaniif (Lewwoota 19:32)
-
-
4:50 Faarfannaa Lakk. 138 fi Beeksisa
-
5:00 SIMPOOZIYEMII: Mana Jabaatee Dhaabatu Ijaaraa
-
“Wantoota Amma Qabdanitti Gammadaa” (Ibroota 13:5; Faarfannaa 127:1, 2)
-
Ijoollee Keessan “Wanta Hamaa” Irraa Eegaa (Roomaa 16:19; Faarfannaa 127:3)
-
“Akka Itti Jiraachuun Taʼu” Ijoollee Keessan Barsiisaa (Fakkeenya 22:3, 6; Faarfannaa 127:4, 5)
-
-
5:45 DIRAAMAA: Haadha Manaa Loox Yaadadhaa—Kutaa 2 (Luqaas 17:28-33)
-
6:15 Dargaggootaa—Jabaattanii Dhaabachuun Keessan Yihowaa ni Gammachiisa! (Fakkeenya 27:11)
-
6:50 Faarfannaa Lakk. 135 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
-
7:50 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
8:00 Faarfannaa Lakk. 141
-
8:05 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE: Matumaa Abdii hin Kutatinaa! (Isaayaas 48:17; Ermiyaas 29:11)
-
8:35 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa
-
9:05 Faarfannaa Lakk. 57 fi Beeksisa
-
9:15 DIRAAMAA: Haadha Manaa Loox Yaadadhaa—Kutaa 3 (Luqaas 17:28-33)
-
9:45 “Isa Eeggadhu! Inni . . . hin Turu” (Anbaaqom 2:3)
-
10:45 Faarfannaa Lakk. 129 fi Kadhannaa Xumuraa