Sanbadduraa
“Wanta gaarii hojjechuuf abdii hin kutannu”—GALAATIYAA 6:9
GANAMA
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 77 fi Kadhannaa
-
3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: Keessumaa Yeroo Ammaatti Abdii Kutachuu hin Qabnu! (Mulʼata 12:12)
-
4:15 SIMPOOZIYEMII: “Utuu Wal Irraa Hin Kutin” Lallabaa
-
Karaa Al Idileetiin (Hojii Ergamootaa 5:42; Lallaba 11:6)
-
Manaa Gara Manaatti (Hojii Ergamootaa 20:20)
-
Bakka Namoonni Baayʼatanitti (Hojii Ergamootaa 17:17)
-
Barattoota Gochuu (Roomaa 1:14-16; 1 Qorontos 3:6)
-
-
5:05 Faarfannaa Lakk. 76 fi Beeksisa
-
5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: Yihowaan Saba Isaa Walaba Baaseera (Baʼuu 3:1-22; 4:1-9; 5:1-9; 6:1-8; 7:1-7; 14:5-10, 13-31; 15:1-21)
-
5:45 Yihowaan Obsaan Dandaʼuu Irratti Fakkeenya Hunda Caalu Dha (Roomaa 9:22, 23; 15:13; Yaaqoob 1:2-4)
-
6:15 CUUPHAA: “Hin Sodaatinaa”! (1 Pheexiros 3:6, 12, 14)
-
6:45 Faarfannaa Lakk. 79 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
-
7:45 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:55 Faarfannaa Lakk. 128
-
8:00 SIMPOOZIYEMII: Jabaatanii Dhaabachuu
-
Yeroo Yakki Nu Irratti Raawwatamutti (Maatewos 5:38, 39)
-
Yeroo Dullumaatti (Isaayaas 46:4; Yihudaa 20, 21)
-
Yeroo Cubbuu Dhaallee Wajjin Walʼaansoo Goonutti (Roomaa 7:21-25)
-
Yeroo Dogoggora Itti Qaanofnu Raawwannutti (Galaatiyaa 2:11-14; Ibroota 12:5, 6, 10, 11)
-
Yeroo Dhukkuba Yeroo Dheeraadhaaf Turuun Qabamnutti (Faarfannaa 41:3)
-
Yeroo Nama Jaallannu Duʼaan Dhabnutti (Faarfannaa 34:18)
-
Yeroo Ariʼatamni Nu Irra Gaʼutti (Mulʼata 1:9)
-
-
9:15 Faarfannaa Lakk. 136 fi Beeksisa
-
9:25 DIRAAMAA: Haadha Manaa Loox Yaadadhaa—Kutaa 1 (Luqaas 17:28-33)
-
9:55 SIMPOOZIYEMII: Amalawwan Rakkina Damdamachuuf Isin Dandeessisan Horadhaa
-
Amantii (Ibroota 11:1)
-
Gaarummaa (Filiphisiyus 4:8, 9)
-
Beekumsa (Fakkeenya 2:10, 11)
-
Of Toʼachuu (Galaatiyaa 5:22, 23)
-
-
10:35 ‘Matumaa Utuu hin Kufin’ Jiraachuun kan Dandaʼamu Akkamitti? (2 Pheexiros 1:5-10; Isaayaas 40:31; 2 Qorontos 4:7-9, 16)
-
11:10 Faarfannaa Lakk. 3 fi Kadhannaa Xumuraa