Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
Sagantaa Walgaʼii Naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2019 ‘Jaalalli Matumaa hin Badu’! jedhuuf qophaaʼe.
Jimaata
Sagantaan Jimaataa 1 Tasalonqee 4:9 isa ‘Wal jaallachuu akka qabdan Waaqayyo irraa barattaniittu’ jedhu irratti kan hundaaʼe dha.
Sanbadduraa
Sagantaan Sanbadduraa Efesoon 5:2 isa ‘Jaalalaan deddeebiʼuu keessan itti fufaa’ jedhu irratti kan hundaaʼe dha.
Dilbata
Sagantaan Dilbataa Yihudaa 21 isa “Jaalala Waaqayyoo keessatti of eegaa” jedhu irratti kan hundaaʼe dha.
Odeeffannoo
Odeeffannoo namoota walitti qabaman gargaaruuf qophaaʼe.