Jimaata
‘WAL JAALLACHUU AKKA QABDAN WAAQAYYO IRRAA BARATTANIITTU’—1 TASALONQEE 4:9
GANAMA
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 105 fi Kadhannaa
-
3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: “Jaalalli Matumaa hin Badu”—Maaliif? (Roomaa 8:38, 39; 1 Qorontos 13:1-3, 8, 13)
-
4:15 SIMPOOZIYEMII: Wantoota Badanitti Akka hin Amanamne Of Eeggadhaa!
-
Qabeenya (Maatewos 6:24)
-
Aangoo fi Beekamtii (Lallaba 2:16; Roomaa 12:16)
-
Ogummaa Namootaa (Roomaa 12:1, 2)
-
Ciminaa fi Bareedina (Fakkeenya 31:30; 1 Pheexiros 3:3, 4)
-
-
5:05 Faarfannaa Lakk. 40 fi Beeksisa
-
5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: Yihowaan Jaalala Amanamaa Argisiisuu Isaa Itti Fufa (Uumama 37:1-36; 39:1–47:12)
-
5:45 Yihowaan Warra Ilma Isaa Jaallatan ni Jaallata (Maatewos 25:40; Yohaannis 14:21; 16:27)
-
6:15 Faarfannaa Lakk. 20 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
-
7:25 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:35 Faarfannaa Lakk. 107
-
7:40 SIMPOOZIYEMII: Jaalalli Matumaa hin Badu . . .
-
Jaalala Utuu hin Argatin kan Guddanne Taanus (Faarfannaa 27:10)
-
Bakka Hojiitti Haalli Rakkisaan Nu Mudatus (1 Pheexiros 2:18-20)
-
Mana Barumsaatti Dhiibbaa Gadheen Jiraatus (1 Ximotewos 4:12)
-
Yeroo Dheeraadhaaf Dhukkubsannus (2 Qorontos 12:9, 10)
-
Hiyyeessota Taanus (Filiphisiyus 4:12, 13)
-
Mormiin Maatii Nu Mudatus (Maatewos 5:44)
-
-
8:50 Faarfannaa Lakk. 141 fi Beeksisa
-
9:00 SIMPOOZIYEMII: Uumamni Jaalala Yihowaa Mulʼisa
-
Samiiwwan (Faarfannaa 8:3, 4; 33:6)
-
Lafa (Faarfannaa 37:29; 115:16)
-
Biqiltoota (Uumama 1:11, 29; 2:9, 15; Hojii Ergamootaa 14:16, 17)
-
Bineeldota (Uumama 1:27; Maatewos 6:26)
-
Qaama Namaa (Faarfannaa 139:14; Lallaba 3:11)
-
-
9:55 “Yihowaan Warra Jaallatu ni Adaba” (Ibroota 12:5-11; Faarfannaa 19:7, 8, 11)
-
10:15 “Jaalala Uffadhaa” (Qolosaayis 3:12-14)
-
10:50 Faarfannaa Lakk. 130 fi Kadhannaa Xumuraa