Sanbadduraa
“JAALALAAN DEDDEEBIʼUU KEESSAN ITTI FUFAA”—EFESOON 5:2
GANAMA
-
3:20 Faarfannaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 85 fi Kadhannaa
-
3:40 SIMPOOZIYEMII: Gumii Keessatti Jaalala hin Badne Argisiisaa
-
Obboloota Dursa Fudhatanii Geggeessanitti(1 Tasalonqee 5:12, 13)
-
Dubartoota Abbaan Manaa Irraa Duʼee fi Ijoollee Abbaa hin Qabnetti (Yaaqoob 1:27)
-
Maanguddootatti (Lewwoota 19:32)
-
Tajaajiltoota Yeroo Guutuutti (1 Tasalonqee 1:3)
-
Namoota Biyya Ormaatti (Lewwoota 19:34; Roomaa 15:7)
-
-
4:50 Faarfannaa Lakk. 58 fi Beeksisa
-
5:00 SIMPOOZIYEMII: Tajaajila Irratti Jaalala hin Badne Argisiisaa
-
Waaqayyoon Akka Jaallatan Argisiisuudhaan (1 Yohaannis 5:3)
-
‘Namoota Akka Ofii Keessaniitti Jaallachuudhaan’ (Maatewos 22:39)
-
Dubbii Yihowaa Jaallachuudhaan (Faarfannaa 119:97; Maatewos 13:52)
-
-
5:45 CUUPHAA: Jaalala Argisiisuu Yesuus Irraa Baradhaa (Maatewos 11:28-30)
-
6:15 Faarfannaa Lakk. 52 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
-
7:35 Faarfannaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:45 Faarfannaa Lakk. 84
-
7:50 SIMPOOZIYEMII: Obboloonni Keenya Jaalala hin Badne Argisiisaa kan Jiran Akkamitti?
-
Afriikaa Keessatti (Uumama 16:13)
-
Eeshiyaa Keessatti (Hojii Ergamootaa 2:44)
-
Awurooppaa Keessatti (Yohaannis 4:35)
-
Ameerikaa Kaabaa Keessatti (1 Qorontos 9:22)
-
Ooshiyaaniyaa Keessatti (Faarfannaa 35:18)
-
Ameerikaa Kibbaa Keessatti (Hojii Ergamootaa 1:8)
-
-
8:55 SIMPOOZIYEMII: Maatii Keessan Keessatti Jaalala hin Badne Argisiisaa
-
Haadha Manaa Keessan Jaallachuudhaan (Efesoon 5:28, 29)
-
Abbaa Manaa Keessan Jaallachuudhaan (Efesoon 5:33; 1 Pheexiros 3:1-6)
-
Ijoollee Keessan Jaallachuudhaan (Tiitoo 2:4)
-
-
9:35 Faarfannaa Lakk. 35 fi Beeksisa
-
9:45 FIILMII: Seenaa Yosiyaas: Yihowaa Jaalladhaa; Wanta Hamaa Jibbaa—Kutaa 1 (2 Seenaa 33:10-24; 34:1, 2)
-
10:15 Ijoolleen Keessan Jaalala Akka Argisiisan Barsiisaa (2 Ximotewos 3:14, 15)
-
10:50 Faarfannaa Lakk. 134 fi Kadhannaa Xumuraa