Sanbadduraa
“Maqaa isaa isa qulqulluudhaan of jajaa, garaan warra Waaqayyoon barbaadanii haa gammadu”—Faarfannaa 105:3
GANAMA
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 53 fi Kadhannaa
-
3:40 SIMPOOZIYEMII: Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa
-
• Gaaffii Gaafachuudhaan (Yaaqoob 1:19)
-
• Humna Dubbiin Waaqayyoo Qabu Akka Hubatan Gargaaruudhaan (Ibroota 4:12)
-
• Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsuudhaan (Maatewos 13:34, 35)
-
• Miira Hoʼaadhaan Barsiisuudhaan (Roomaa 12:11)
-
• Miira Namootaa Hubachuudhaan (1 Tasalonqee 2:7, 8)
-
• Garaa Namootaa Tuquudhaan (Fakkeenya 3:1)
-
-
4:50 Faarfannaa Lakk. 58 fi Beeksisa
-
5:00 SIMPOOZIYEMII: Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa
-
• Meeshaalee Qorannoo (1 Qorontos 3:9; 2 Ximotewos 3:16, 17)
-
• Obboloota Keenya (Roomaa 16:3, 4; 1 Pheexiros 5:9)
-
• Kadhannaa (Faarfannaa 127:1)
-
-
5:45 CUUPHAA: Cuuphamuun Keessan Gammachuu Dabalataa kan Isiniif Argamsiisu Akkamitti? (Fakkeenya 11:24; Mulʼata 4:11)
-
6:15 Faarfannaa Lakk. 79 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
-
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:45 Faarfannaa Lakk. 76
-
7:50 Obboloonni Keenya Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argachaa kan Jiran Akkamitti?
-
• Afrikaa Keessatti
-
• Eeshiyaa Keessatti
-
• Awurooppaa Keessatti
-
• Ameerikaa Kaabaa Keessatti
-
• Ooshiyaaniyaa Keessatti
-
• Ameerikaa Kibbaa Keessatti
-
-
8:35 SIMPOOZIYEMII: Barattoota Kitaaba Qulqulluu Keessan Gargaaraa
-
• Karaa Hafuuraa Akka Of Sooran (Maatewos 5:3; Yohaannis 13:17)
-
• Walgaʼii Irratti Akka Argaman (Faarfannaa 65:4)
-
• Hiriyummaa Gadhee Irraa Akka Fagaatan (Fakkeenya 13:20)
-
• Barsiifata Gadhee Akka Dhiisan (Efesoon 4:22-24)
-
• Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan (1 Yohaannis 4:8, 19)
-
-
9:30 Faarfannaa Lakk. 110 fi Beeksisa
-
9:40 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: Nahimiyaa: “Gammachuun Yihowaa Jabina Keessani”—Kutaa 1 (Nahimiyaa 1:1–6:19)
-
10:15 Yeroo Ammaatti Barattoota Gochuun Hojii Barattoota Gochuu Addunyaa Haaraatti Raawwatamuuf Nu Qopheessa (Isaayaas 11:9; Hojii Ergamootaa 24:15)
-
10:50 Faarfannaa Lakk. 140 fi Kadhannaa Xumuraa