Dhimma ijoo ta'etti seeni

BOQONNAA 1

Ifa Addunyaa Isa Dhugaa

Ifa Addunyaa Isa Dhugaa

Dubbichi jalqaba Waaqayyo bira ture, akkasumas waaqayyo ture (gnj 1 00:00–00:43)

Waaqayyo wantoota kaan hunda uumuuf Dubbichatti fayyadame (gnj 1 00:44–01:00)

Jireenyii fi ifni karaa Dubbichaa uumame (gnj 1 01:01–02:11)

Dukkanni ifa hin moone (gnj 1 02:12–03:59)

Luqaas Tewooflosiif haalaa fi sababa seenaasaa itti barreesse ibse (gnj 1 04:13–06:02)

Gabriʼeel Yohaannis Cuuphaan akka dhalatu raajii dubbate (gnj 1 06:04–13:53)

Gabriʼeel Yesuus akka dhalatu raajii dubbate (gnj 1 13:52–18:26)

Maariyaam fira ishii Elsaabex bira dhaqxe (gnj 1 18:27–21:15)

Maariyaam Yihowaa jajatte (gnj 1 21:14–24:00)

Yohaannis ni dhalate, maqaan isaaf ni moggaafame (gnj 1 24:01–27:17)

Raajii Zakkaariyaas (gnj 1 27:15–30:56)

Maariyaam hafuura qulqulluudhaan ulfoofte; tarkaanfii Yoseef fudhate (gnj 1 30:58–35:29)

Yoseefii fi Maariyaam gara Beetaliheem deeman; Yesuus ni dhalate (gnj 1 35:30–39:53)

Maleekonni dirree keessatti tiksitootatti mulʼatan (gnj 1 39:54–41:40)

Tiksitoonni gara gongaa Yesuus keessa ciisee deeman (gnj 1 41:41–43:53)

Yesuus mana qulqullummaatti Yihowaa duratti dhiheeffame (gnj 1 43:56–45:02)

Simiʼoon Kiristoosiin arguuf mirga argate (gnj 1 45:04–48:50)

Haannaan waaʼee mucichaa dubbatte (gnj 1 48:52–50:21)

Namoonni urjii lakkaaʼan ni dhufan, shira ajjeechaa Heroodis xaxe (gnj 1 50:25–55:52)

Yoseef Maariyaamii fi Yesuusiin fudhatee gara Gibxiitti baqate (gnj 1 55:53–57:34)

Heroodis ijoollee dhiiraa Beetaliheemii fi koonyaawwan ishii keessa turan ajjeese (gnj 1 57:35–59:32)

Maatiin Yesuus Naazireet keessa jiraachuu jalqabe (gnj 1 59:34–1:03:55)

Yesuus yeroo waggaa 12 turetti mana qulqullummaa keessatti (gnj 1 1:04:00–1:09:40)

Yesuus warrasaa wajjin gara Naazireetitti deebiʼe (gnj 1 1:09:41–1:10:27)

Ifni inni dhugaan gara addunyaa dhufuuf jedha ture (gnj 1 1:10:28–1:10:55)