SAANDUQA 8A
Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Dubbataman—Muka Gaattiraa Guddaa
HISQIʼEL 17:3-24
-
1. Nebukadnezaar Yehoyaakiiniin gara Baabilonitti geesse
-
2. Nebukadnezaar Yerusaalem keessatti Zedeeqiyaa mootii godhee muude
-
3. Zedeeqiyaan Yihowaa irratti fincile, akkasumas Gibxii irraa gargaarsa waraanaa argachuuf gaafate
-
4. Yihowaan Ilma isaa Gaara Xiyoon isa samii irratti dhaabe
-
5. Bulchiinsa Mootummaa Yesuus jalatti ilmaan namootaa ajajamoo taʼan tasgabbiidhaan jiraatu