SAANDUQA 8B
Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Dubbataman Sadan
1. ‘Isa Mirga Seeraa Qabu’ (Hisqiʼel 21:25-27)
BARA SABOOTAAF MURTEEFFAME (Dh.K.D. BARA 607–Dh.K.B. BARA 1914)
-
Dh.K.D. BARA 607—Zedeeqiyaan aangoo irraa buufame
-
Dh.K.B. BARA 1914—Yesuus inni Mootummaa Masiihichaa keessatti “mirga seeraa qabu” Mootii fi Tiksee taʼee muudame
Hisqiʼel 34:22-24)
2. ‘Tajaajilaan Koo Isaan ni Soora, Tiksee Isaaniis ni Taʼa’ (GUYYOOTA DHUMAA (Dh.K.B. BARA 1914–ARMAAGEDOON BOODA)
-
Dh.K.B. BARA 1914—Yesuus inni Mootummaa Masiihichaa keessatti “mirga seeraa qabu” Mootii fi Tiksee taʼee muudame
-
Dh.K.B. BARA 1919—Garbichi amanamaanii fi ogeessi hoolota Waaqayyoo akka tiksuuf muudameera
Dibamtoonni amanamoo taʼan Masiihicha isa mootii taʼe jalatti walitti qabamu; boodas tuuta uummataa guddaa wajjin tokko taʼu
-
ARMAAGEDOON BOODA—Eebbawwan karaa bulchiinsa Mootii kanaa dhufan bara baraaf itti fufu
3. Bara Baraaf ‘Mootiin Tokko Hunda Isaanii ni Bulcha’ (Hisqiʼel 37:22, 24-28)
GUYYOOTA DHUMAA (Dh.K.B. BARA 1914–ARMAAGEDOON BOODA)